1/2
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 0
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 1
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN Icon

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

Ethiomapps
Trustable Ranking IconVertrauenswürdig
1K+Downloads
16MBGröße
Android Version Icon4.4 - 4.4.4+
Android-Version
6.0(02-06-2022)Letzte Version
-
(0 Bewertungen)
Age ratingPEGI-3
Herunterladen
DetailsBewertungenVersionenInfo
1/2

Beschreibung von GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

"Namoonni baay’een ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baay’ee natti dhaga’ama ture. Sababni isaa maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin sun kan sodaa Rabbii irratti ijaarame ta’uu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaa’ila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli karaa Rabbiin dhorge baay’ee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota sharii’aa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti sharii’aan ummata keenya biratti kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi du’aa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta’u! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guyyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guyyaa har’a wal fuudhu badii heddu irratti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa’aa ta’a? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta’uu hin danda’u. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul’atellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta’u. " barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi hunda keenyaaf Du'aii nuuf godha.

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN – Version 6.0

(02-06-2022)
Weitere Versionen
Was ist neuGorsii hanga 40 ittii deebie jiraa

Es gibt noch keine Bewertungen oder Beurteilungen! Um die erste zu hinterlassen, installiere bitte

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN – APK Informationen

APK Version: 6.0Paket: com.ethiomapps.bultiimana
Kompatibilität zu Android: 4.4 - 4.4.4+ (KitKat)
Entwickler:EthiomappsBerechtigungen:9
Name: GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSANGröße: 16 MBDownloads: 0Version : 6.0Erscheinungsdatum: 2022-06-02 15:55:02Min. Bildschirmgröße: SMALLUnterstützte CPU:
Paket-ID: com.ethiomapps.bultiimanaSHA1 Signatur: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BEntwickler (CN): AndroidOrganisation (O): Google Inc.Ort (L): Mountain ViewLand (C): USBundesland/Stadt (ST): CaliforniaPaket-ID: com.ethiomapps.bultiimanaSHA1 Signatur: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5BEntwickler (CN): AndroidOrganisation (O): Google Inc.Ort (L): Mountain ViewLand (C): USBundesland/Stadt (ST): California

Neueste Version von GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

6.0Trust Icon Versions
2/6/2022
0 Downloads16 MB Größe
Herunterladen
appcoins-gift
Bonus-SpieleGewinne noch mehr Belohnungen!
mehr
Nations of Darkness
Nations of Darkness icon
Herunterladen
Car Simulator Clio
Car Simulator Clio icon
Herunterladen
Dorfleben Küste
Dorfleben Küste icon
Herunterladen
My Land
My Land icon
Herunterladen
Kicko & Super Speedo
Kicko & Super Speedo icon
Herunterladen
Tarneeb
Tarneeb icon
Herunterladen
Shooter Game 3D
Shooter Game 3D icon
Herunterladen